1. ERGAMA

Tajaajila abbaa seerummaa qulqulluu, dhaqqabamaa, si’ataa fi bua qabeessa ta'e, seera qofa irratti hundaa’uudhaan, haala loogii fi gartummaan ala taeen kennuu fi bilisummaa guutuu fi itti gaafatamummaa olaanaadhaan hojii isaa raawwachuu dha.

 2. MUL’ATA

Bara 2022tti Mana Murtii Seera hiikuun haqaa fi Ol’aantummaa seeraa mirkaneessee amantaa uummataa horachuun biyyaa keenya keessatti fakkenya ta’ee arguu;

3. DUUDHAALEE

Ø Bilisummaa fi Itti Gaafatamummaa abbaa seerummaa/Judicial independence and accountability/

Ø  Beekumsaa fi Gahumsa/Knowledge and Competence/

Ø  Miira tajaajilummaa/Sense of stewardship/

Ø  Iftoomina/Tranparency/

Ø  Fayyaalummaa/Propriety

Ø  Al-Loogummaa fi Walqixxummaa/Impartiality and equality/

Ø  Tilmaamamummaa/Predictability/

Ø  Ejjennoo Gaarii/Integrity/